Macaafa Qulqulluu -Oromo Bible APP
Aplicación Macaafa Qulqulluu kun dubbistooti Macaafa Qulqulluu akka salphaatti afaan isaaniin dubbifachuu akka danda'aniif yaadameee kan qophaa'e dha. Afaan Oromo malees afaanota biraatinis walbira qabuudhaan akka dubbisuuf danda’amutti Afan Inglisiifi afan Norwayis itti dabalameera. Kana Males «Comentario bíblico» fi «Diccionario bíblico» de keessaa qaba. Kan duwwas miti, Macaafa Qulqulluu hiika Abbaa Gammachis isa bara 1899 fi macaafa Faarfannaa Galata Waaqayyoo asi keessatti argattu. Dubbiftanii akka itti eebbifamtan abdiin qaba. Kaayyoon koo tokkicha: Macaani Qulqulluun nama hundumaa bira akka ga'u!
Robsan Mako
Bitootessa, 2026
Macaaafa Qulqulluu – Biblia Oromo
Macaaafa Qulqulluu es una aplicación bíblica diseñada para ayudar a los usuarios a leer y estudiar la Santa Biblia en Afaan Oromo. La aplicación proporciona fácil acceso a las Escrituras en un formato sencillo y fácil de usar.
Características:
• Biblia Oromo completa (Macaaafa Qulqulluu)
• Fácil navegación por libro, capítulo y versículo
• Texto claro y legible
• Interfaz sencilla para una lectura cómoda
• Funciona sin conexión: no se requiere conexión a Internet
Esta aplicación está creada para cualquiera que quiera leer, estudiar y reflexionar sobre la Palabra de Dios en Afaan Oromo.
Ya sea para lectura diaria, estudio bíblico o devoción, Macaaafa Qulqulluu te ayuda a llevar las Escrituras contigo en cualquier momento y en cualquier lugar. Desarrollador: Robsan Mako
planet vpn 



