Macaafa Qulqulluu -Oromo Bible APP
App Macaafa Qulqulluu kun dubbistooti Macaafa Qulqulluu akka salphaatti afaan isaaniin dubbifachuu akka danda'aniif yaadameee kan qophaa'e dha. Afaan Oromo malees afaanota biraatinis walbira qabuudhaan akka dubbisuuf danda'amutti Afan Inglisiifi afan Norwegianis itti dabalameera. Kana Males «Commentaire biblique» fi «Dictionnaire biblique» de keessaa qaba. Kan duwwas miti, Macaafa Qulqulluu hiika Abbaa Gammachis est un bara 1899 fi macaafa Faarfannaa Galata Waaqayyoo asi keessatti argattu. Dubbiftanii akka itti eebbifamtan abdiin qaba. Kaayyoon koo tokkicha : Macaani Qulqulluun nama hundumaa bira akka ga'u !
Robsan Mako
Bitootessa, 2026
Macaaafa Qulqulluu – Bible Oromo
Macaaafa Qulqulluu est une application biblique conçue pour aider les utilisateurs à lire et à étudier la Sainte Bible en Afaan Oromo. L'application offre un accès facile aux Écritures dans un format simple et convivial.
Caractéristiques:
• Bible oromo complète (Macaaafa Qulqulluu)
• Navigation facile par livre, chapitre et verset
• Texte clair et lisible
• Interface simple pour une lecture confortable
• Fonctionne hors ligne : aucune connexion Internet requise
Cette application est créée pour tous ceux qui souhaitent lire, étudier et réfléchir sur la Parole de Dieu en Afaan Oromo.
Que ce soit pour la lecture quotidienne, l'étude biblique ou la prière, Macaaafa Qulqulluu vous permet d'avoir les Écritures toujours à portée de main, où que vous soyez.
Développeur : Robsan Mako
youtube 


