Macaafa Qulqulluu -Oromo Bible APP
App Macaafa Qulqulluu kun dubbistooti Macaafa Qulqulluu akka salphaatti afaan isaaniin dubbifachuu akka danda'aniif yaadameee kan qophaa'e dha. Afaan Oromo malees afaanota biraatinis walbira qabuudhaan akka dubbisuuf danda'amutti Afan Inglisiifi afan Norwegiais itti dabalameera. Kana Males «Komentar Alkitab» fi «Kamus Alkitab» dari keessaa qaba. Kan duwwas miti, Macaafa Qulqulluu hiika Abbaa Gammachis isa bara 1899 fi macaafa Faarfannaa Galata Waaqayyoo asi keessatti argattu. Dubbiftanii akka itti eebbifamtan abdiin qaba. Kaayyoon koo tokkicha: Macaani Qulqulluun nama hundumaa bira akka ga'u!
Robsan Mako
Bitootessa, 2026
Macaaafa Qulqulluu – Alkitab Oromo
Macaaafa Qulqulluu adalah aplikasi Alkitab yang dirancang untuk membantu pengguna membaca dan mempelajari Kitab Suci di Afaan Oromo. Aplikasi ini menyediakan akses mudah ke Kitab Suci dalam format yang sederhana dan ramah pengguna.
Fitur:
• Alkitab Oromo Lengkap (Macaaafa Qulqulluu)
• Navigasi yang mudah berdasarkan buku, bab, dan ayat
• Teks yang jelas dan mudah dibaca
• Antarmuka sederhana untuk kenyamanan membaca
• Bekerja offline – tidak memerlukan koneksi internet
Aplikasi ini dibuat untuk siapa saja yang ingin membaca, mempelajari, dan merenungkan Firman Tuhan dalam Afaan Oromo.
Baik untuk bacaan harian, studi Alkitab, atau renungan, Macaaafa Qulqulluu membantu Anda selalu membawa Kitab Suci kapan saja dan di mana saja.
Pengembang: Robsan Mako
bilibili 


