Macaafa Qulqulluu -Oromo Bible APP
App Macaafa Qulqulluu kun dubbistooti Macaafa Qulqulluu akka salphaatti afaan isaaniin dubbifachuu akka danda'aniif yaadameee kan qophaa'e dha. Afaan Oromo malees afaanota biraatinis walbira qabuudhaan akka dubbisuuf danda’amutti Afan Inglisiifi afan Norwayis itti dabalameera. Kana Males «Comentário Bíblico» fi «Dicionário Bíblico» de keessaa qaba. Kan duwwas miti, Macaafa Qulqulluu hiika Abbaa Gammachis isa bara 1899 fi macaafa Faarfannaa Galata Waaqayyoo asi keessatti argattu. Dubbiftanii akka itti eebbifamtan abdiin qaba. Kaayyoon koo tokkicha: Macaani Qulqulluun nama hundumaa bira akka ga’u!
Robsan Mako
Bitootessa, 2026
Macaaafa Qulqulluu – Bíblia Oromo
Macaaafa Qulqulluu é um aplicativo bíblico desenvolvido para ajudar os usuários a ler e estudar a Bíblia Sagrada em Afaan Oromo. O aplicativo oferece acesso fácil às Escrituras em um formato simples e fácil de usar.
Características:
• Bíblia Oromo completa (Macaaafa Qulqulluu)
• Fácil navegação por livro, capítulo e versículo
• Texto claro e legível
• Interface simples para leitura confortável
• Funciona off-line – não requer conexão com a Internet
Este aplicativo foi criado para quem deseja ler, estudar e refletir sobre a Palavra de Deus em Afaan Oromo.
Seja para leitura diária, estudo bíblico ou devoção, Macaaafa Qulqulluu ajuda você a manter as Escrituras sempre com você, em qualquer lugar.
Desenvolvedor: Robsan Mako
lovoo 


